Exodus 36:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gama Waaro ka ila adu dudda duuba utuba jaa mid'aasani, ammalle utuba jaani suni utuba toko moga mogaani d'ad'aabani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee bulti'ii cinaa gara dhiyaatiin duuba irraan cufanaa jaha godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Dunkaanii Woyyittii cinaa gara aduun seentuutiif mikikkila jaa hujane.