Exodus 36:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan worri Israeli ijaarsa Waaro Woyyumati baase Musa iraa fuud'e. Ammo worri Israeli diirama ch'ufa waan fed'i ufii gula baase Musatiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee kennaa ijoolleen Israa'elii mana woyyumma'aatiin akka hujaniif fidan maraa hojjatu'uuf Muusee harkaa fuudhan; isaan ganama ganama akkuma fedha isaanii kennaa gara isaa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kennansa Israa'elooti ijaarsa addee Woyyitti'ii jalqabiisaaf fidde mara Muusee harkaa fuudhane. Kolbaan Israa'eliille kennansa fedhii ifii ganama mara Muuse'etti kennite.