Exodus 36:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani utubaani saddeeti tahe, ka kamu waan qarsiini mid'aasani ka iraa d'ad'aabani lama lama qabu, ta wolti kud'ani jaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cufanaan saddeetii fi miilli birri'ii kudha jaha; cufanaa maraa jala miila lama lamatu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mikikkiloota saddeetii fi shafee meetii irraa hujante kudhanii jaatti achi jiraayyu; mikikkila tokko tokkoofuu shafee lama lamatti itti keyame.