Exodus 36:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dareera shanani utuba ira dadagalchani suni keesa, ka jiddu, Waaro gama kana eje gama kaaniti eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loosaan wodhakka'aa balbala maraa qacce'ee haga qacce'ee lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan danqaraa wodhakka'aa, ka mikikkiloota wodhakkaa cinaa kaan irraa haga cinaa gara kaaniititti fulla'u hujane.