Exodus 36:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafa utuba suni ch'ufa mullachu d'owani worqiini duuchani, ammalle qube worqi iti naqani, aka dareera kaani keesa naqani, dareera sunile nafa isaa mullachu d'owani worqiini duuchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cufanaa sanniinillee worqii diban; qaalawwan loosa'aallee worqii irraa hojjatan; loosaawwan sanniinillee worqii diban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mikikkiloota san worqii itti gonfanee, danqarooti sun akka keessa seenanu qubeelee worqi'ii hujane; danqaroota sanille worqii itti gonfane.