Exodus 36:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Golla woya boofta, ka liilana bulefi bule diimafi ammalle diimani d'aahani mid'aasani, golla sunile akheekha waan lubbu qaba ka koolatiini barreesani ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Golgallee uffata bifa sami'ii, diimaa dhiilgee, uffata gad diratan, jirbii fooyame mishaa irraa kiruubeeliin hojjataan ogeessi hojjate irraa godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan liilana quncee talba'aa dansaa, ka bifa cuquliisaa, ka bifa dhiille'ee fi diimaa irraa wolitti fowamee dhowameen gollaa nami hujii harkaa beeku, fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qadduu irratti hodhe hujane.