Exodus 36:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala Waaro Woyyuma golla woya boofta, ka liilana bulefi bule diimafi ammalle diimani d'aahaniini ch'okhani mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala daase'eetiif uffata mishaa, golga mishaa bifa sami'ii, diimaa dhiilgee irraa golga ogummaa misha'aan fooyame irraa hojjataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan seensuma Dunkaanii Woyyitti'iitiif, liilana quncee talba'aa dansaa, ka bifa cuquliisaa, ka bifa dhiille'ee fi diimaa irraa fowamee dhowameen nama hujii harkaa beekuun gollaa hujane.