Exodus 36:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Musani jette, Biyyiti ya haga AABBO Waaqi jed'e ira dabarsite woini d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isaan waan hujii mana woyyumma'aatiin hojjatamu haga barbaachisuu olitti fidan» jedhanii Muuse'etti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'een, «Kolbaan hujii Mootiin Waan Maraa akka hujantu ajajeef ka barbaachisu caalaa kennansa fidiisatti jirti» jedhane.