Exodus 36:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani seera baase gumi ch'ufaani waan jed'e, D'iirafi nad'eenileeni, waan Waaro Woyyumati baasani d'ibiini ind'ufina. Duuba eegi suni biyyiti deebite womaani ind'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu wonti isaan fidan maruu hujii hojjatan saniif gayee waan irraa hafaa tureef Muuseen worra dhiiraa yookaan worra intalaa kennaa irraa hafu akka hin finne jedhee ganda keessatti labsii baase; baniinillee akka hin finne dhooggaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen, «Nami tokkolle dhiirti yookiin dubartiin kennansa addee Woyyitti'ii dabalanee waan tokkolle hin kennin» jedhanee addee quttumaa keessa guutumatti akka lassanu ajaje. Maarre kolbaan kennansa akka hin finne dhooggane.