Exodus 37:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukha hafalicha ka ballinni isaa haga gana harkaa, ka worqiini duuchani marseeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannaya goodaa isaa irratti badhinna ganaa tokko godhee, naannaya gooda'aa irratti hojjatee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni xiyyoo haga badhinna ganaa harkaa geettu irga isaa irratti naannessee worqii itti gonfe.