Exodus 37:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qube suni ta kalcho mesaani baatani keesa kayani mukha hafalicha mesaani marsani kaani d'aatu kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti gabataa ittiin baadhatan ka qaalawa keessa lufu gara qaccee gooda'aa bira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qubeeleen afur sun danqaraa xarapheessaa ittiin ba'atanu akka qaddu, xiyyoo san bira keye.