Exodus 37:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni miha mesa ka golola worqi ch'allaani mid'aase: sahani, muduunu, d'ameela qori ta daad'i Waaqaa baasani iti naqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ittiin jissan, meeshaa gabataa woliin taa'u, xuwweewwan, mooqqaawwan, ka mijuu ittiin dhugan, waan woraabaniin worqii mishaa irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan daadhii woyni'ii ittiin dhikeessanu gabataa, qorii, kobolaa fi muduunuu worqii qullittii irraa huje.