Exodus 37:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan ifseeni ira ejitu worqi ch'allaani mid'aase. Jalafi nafa isii worqi tumaniini mid'aase; daraarafi fulla daraaraani keesa baqafatufi kalacha isaale worqi taka iraa tume mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baattuu ibsa'aallee worqii mishaa irraa hojjate, miila isaatitti waan soomayyuu irratti hojjatameen godhe; waan mijuu itti dhugan maraa, qola isaatii fi abaaboo isaallee achuma irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waan issaa irra keyanu worqii qullittii irraa huje. Miila isi'ii, ulee isi'ii, muduunuu daraaraa fakkaattu, guntuta daraara'aatii fi daraaraa seesaa waan issaa irra keyanu san woliin wolitti qassiisee tokko tolchee huje.