Exodus 37:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dameeni jaa, ta gama lachu sadi sadi, waan ifseeni suni ira ejitu iraa baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ladda isaatiin damee jahatu bayeef; damee baattuu ibsa'aa sadiin gara tokkotti, damee baattuu ibsa'aa kaawwanillee gara biraatiin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan ifa irra keyannu kana irratti dameelee jaa, gara tokkoon sad, gara kaaniin sad huje.