Exodus 37:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dameeni jaani suni ch'ufti daraara woi sadi ka kalachafi kalacha imbaqafatiini qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Damee gara tokkoo irratti qolaa fi abaaboo, waan mijuu ittiin dhugan, ka abaaboo muka lawuzi'ii fakkaatuu fi damee baattuu ibsa'aa irraan ol bayan jahanitti godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dameelee waan issaa irra keyanuu jaanuu irratti, muduunuun daraaraa muka «Almond» jedhamuu fakkaattu ta seesa guntuta daraara'aatii fi seesa daraara'aa qaddu sad jiraniiyyu.