Exodus 37:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafi waan ifseeni ira ejitu suni daraara woi afuri, ka kalachafi kalacha imbaqafatiini qabu, qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mijuu ittiin dhugan ka daraaraa lawuzi'ii fakkaatu qola baattuu ibsa'aatii fi daraaraa afurii godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan issaa irra keyanu san irra, muduunuun daraaraa muka «Almond» jedhamuu fakkaattu afur ta seesa guntuta daraara'aatii fi seesa daraara'aa qaddu jirtiiyyu.