Exodus 37:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kalachi imbaqafatiini toko dame lamaani wolti ejitu taani sadeenu jala jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Damee jahan baattuu ibsa'aa irraa bayan ka gama lamaaniinuu hojjatame ka damee qola lamaaniitiin gadii tokko ta'ee ka hojjatame, qola lammataallee damee lamaa gaditti tokko ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dameelee waan issaa irra keyanuu lamaan qaraa jala guntuti daraara'aa tokko, dameelee lamaan ka lammeesso'oo jala guntuti daraara'aa ka lammeesso'oo, dameelee lamaan sadeesso'oo jala guntuti daraara'aa ka sadeesso'oo jiraniiyyu.