Exodus 37:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kalacha imbaqafatiinifi dameefi waan ifseeni ira ejitu ch'ufa worqi takaa iraa tume mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qollinii fi dameen isa woliin tokko turan; maruu tokko ta'ee worqii mishaa irraa hojjatamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guntuti daraara'aatii fi dameeleen sun martinuu waan issaa irra keyanu san woliin wolitti qassiifamanee tokko te'anee, worqii qullittii irraa hujamane.