Exodus 37:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubba, moga isa afraanifi gaafa isaa afraanu worqi ch'allaani duuche qota isaale ch'ufa worqiini marse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannaya isaa marattuu duraa fi duuba isaa, isa biratti gaafa worqii mishaa irraa, naannaya isaatitti goodaa worqi'ii godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gubbaa isi'iitii fi roga isi'ii mara, gaafota isi'iille worqii qulluu itti gonfe. Roga isi'ii irra naannessee xiyyoo worqi'ii itti huje.