Exodus 37:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qadaada worqi ch'alla mid'aase, ka d'eerinni isaa d'und'uma lamafi taaku toko, ballinni isaleeni d'und'uma tokofi taaku toko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qadaada waadaa dhiifamsaa worqii mishaa irraa ka dheerinni isaa ciqilee lamaa fi wodhakka'aa, ka dalgi isaa ciqilee tokkoo fi wodhakka'aa hojjate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamu ta dheerinni isi'ii ciqilee lamaa fi wodhakka'aa, badhinni isi'ii ciqilee tokkoo fi wodhakka'aa worqii irraa huje.