Exodus 37:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha waan lubbu qabati ka khoola, ka worqi tumani, lama mid'aase, ka qadaada gubaa gama gama ejaanju.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiruubeelii lamaa worqii daakkame irraa hojjatee qadaada dhiifamsa cubbu'uu gamaa gamanaan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni dada ol-gubba'aa ta koola qaddu lama worqii tumante irraa qaccee lama ta qadaaddaa Saanduqa Gondooro'oo irratti huje.