Exodus 37:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan khoola ka lubbu qaba toko gama toko d'aabe, taanile gama kaani d'ibi d'aabe, qadaadafi waan khoola suni worqi taka iraa mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qadaada waadaa dhiifamsaa woliin kiruubii tokko gama tokkoon, kiruubii kaan gama kaaniin wolitti hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dada ol-gubba'aa ta koola qaddu san tokko qaccee gara tokkootitti, dada ol-gubba'aa ta koola qaddu ta lammeesso'oo qaccee garakaaniititti keye; dada ol-gubba'aa ta koola qaddu san qaccee qadaaddaa Saanduqa Gondooro'oo lamaanittuu wolitti qassiisee tokko tolche.