Exodus 38:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naaboni akasuma gama mirgale waan suni ch'ufa qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara mirgaatiin golga dheerinni isaa ciqilee dhibbaa, utubaawwan sibiila irraa hojjatame diddamaa fi miila diddamaa hojjate; utubaawwan sanniiniifillee fanno'oo fi soomayyuu birri'ii hojjateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kaabaatille'een akkuma kana ciqilee dhibba dheeratee, utuboota shafee sageettu'uu qabanu diddama ka hookko'oo fi qubeelee meetii irraa hujamane ifi irraa qabanu qabaayyu.