Exodus 38:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Moga isaa afraanu gaafa iti mid'aase, aka gaafa sunifi wonti mesa fakaata suni wolti ejitu. Ammalle nafa isaa ch'ufa sibiila diimani duuche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Roga arfan gubba'atti gaafa tolcheef; gaafa wolitti hojjatee sibiila diimaa itti uwwise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gaafotii fi addeen ciinca'aa tokko akka te'anu roga isi'ii arfanuu irratti gaafota itti baasee, sageettuu itti gonfe.