Exodus 38:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bezalelini, ilmi Uri, ka akhaakhu Huri, ka gosa Yuda, waan AABBO Waaqi, Mid'aasa jed'e ch'ufa mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi ilma Hoorii ka akaakayyuu Hoorii ka gosa Yihuuda'aa Baasili'eel waan Rabbi Muuse'een jedhe maraa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akaakoon Huurii ilmi Urii Bazaali'el, gosa Yihuda'aa keessaa waan Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje mara huje.