Exodus 38:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isa qarqaaru Oholiabu, ilma Ahisamaki, ka gosa Dani; inni ogeesa wo ch'okhufi wo barreesufi ammalle ka woya boofta bulefi bule diimtufi diimtule d'au.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ahisaamiik ilmi Eliyaabii ka gosa Daanii isa woliin jira; inni hojjataa ogeessa hujii roga itti baasu, uffata bifa sami'ii, diimaa dhiilgee, uffata mishaa jirbii irraa hojjatame ka jirbi'iin irratti dhawu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Daanii keessaa ilmi Ahisamaakii Aholiiyaab, ka hujii harkaa beeku, ka karoora baasu fi ka liilana quncee talba'aa dansaa bifa cuquliisaatiin, ka bifa dhiille'ee fi diima'aan woy seesee hodhu isa woliin jiraayyu.