Exodus 38:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarsiini ta gaafa gumi heddani iraa guurani, ulfinni isii kilo 3,430, aka seera bara suni gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Birriin gumii laakkayame irraa argame laakkobsaan worqii dhibbaa, saqilii kuma tokkoo fi torbaatamii shan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meetiin kolbaa laakkowante irraa wolitti qabante, akka madaallii Dunkaanii Woyyitti'iititti gara kiiloogiraama kuma sadii fi dhibba afurii fi soddomaa ti.