Exodus 38:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ulfinni kiiini barreesani ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka madaala worqii mana woyyummaa Rabbiitiin nama tokko irraa itti laakkayame wodhakkaa worqi'iiti; nama woggaa diddamaa irraa jalqabee ka achii olii namoota kuma dhibba jahaaf sadihii fi namoota dhibba shanii fi shantama turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti worra qara laakkowametti dabalamane ka woggaan isaanii diddamaa fi diddamaa olii laakkossi isaanii kuma dhibba jaa fi kuma sadii fi dhibba shanii fi shantama. Isaan kun mataa mataa isaaniititti akka madaallii Dunkaanii Woyyitti'iititti meetii gara giraama kudhanii tokkoo kennane.