Exodus 38:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarsi kilo kuma sadifi d'ibba afuritiini waan utubaani ira ejaanju d'ibba toko, ka Waaro Woyyumatiifi golla isiile, mid'aasani, ka ulfinni waan utubaani ira eju toko kilo sodomi afuri.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saqiliin dhibbaa ka golga mana Rabbiitii miila isaa hojjataniin; ammallee worqii dhibba tokkoo irraa miila dhibba tokkoo hojjate; miilli tokko worqii tokko irraa hojjatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meetiin kiiloogiraam kum sadii fi dhibbi afur baqisiifantee shafee Dunkaanii Woyyitti'iitii fi shafee golla'aa dhibba hujante. Shafeen tokko tokkoo meetii kiiloogiraama soddomii fi afuriin hujante.