Exodus 38:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle miha waan mesa fakaata suni ch'ufa mid'aase; eele, bao, qori, hookofi daboola. Miha kana ch'ufa sibiila diimani mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa hulee ciinca'aa, xuwweewwan, waan ibiddaan qabsiisan, distii, qadhabaa, girgiraa maraa sibiila diimaa irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meya addee ciinca'aa san mara okkotee daadhaa itti haranu, waan ibidda irratti bobeessanu, qorii dhiiga fiffixanu qabattu, filaa fooniille sageettuu irraa huje.