Exodus 38:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sibiila diima suniini inni waan utubaani balbala fullo Waaro Woyyuma ta AABBO Waaqaa ira ejaanjufi waan mesa fakaatatiifi gingilcha isiitiifi miha isaa ch'ufale mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa irraa miila balbala daasee hulee bulti'ii, hulee ciinca'aa ka sibiila diimaa irraa hojjatame, kaloo isaaf ta'u, meeshaa ciinca'aa maraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isuma tanaan shafee seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa, addee ciinca'aatii fi waan akka meemme'ee ta addee ciinca'aa sanii, meya isi'ii maralle,