Exodus 38:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle sibiiluma suniini inni waan utuba balbala naabo suni jala naqanifi d'iisa Waaro Woyyumatiifi ka naabole mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
miillan naannaya hulee itti bayanii, miillan afoo itti bayanii, xiribbaa hulee bulti'ii maraa itti godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shafee dalleya badhinna Dunkaanii Woldeenna'aa, shafee karra badhinna Dunkaanii Woldeenna'aa, chikaalota Dunkaanii Woldeenna'aa ka badhinna Dunkaanii Woldeenna'aatitti naanneffameeru mara huje.