Exodus 38:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gingilcha sibiila diimani mid'aase, waan aka naanno ka mesa suni irati jaarani jala kaye, aka inni wod'aka mesa suni tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aatitti marsee kaloo hojjate; achii haga wodhakkaa hulee ciinca'aa; achiillee naannessee sadarkaa gad aanaa irra godhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan akka meemme'ee sageettuu irraa hujee, haga hidha addee ciinca'aa ol akka dheerattu, xiyyoo isi'ii jala keye.