Exodus 38:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle qube baataniini afuri mid'aase qota afraaniti naqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kaloo sibiila diima'aa sanii fi loosaa baadhataniin ka roga arfan irra jiru saniif qubeewwan arfan hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni roga arfan waan akka meemme'ee san irratti danqaraa ittiin ba'atanu akka keessa galchanu qubeelee afur itti huje.