Exodus 38:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qori guddo bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitule sibiila diimani mid'aase. Sibiila suni dawiti nad'eeni fulla balbala Waaro Woyyuma hojattu iraa mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanii irratti dhiqatanii fi waan isa irra kaayan sibiila diimaa uf argaa dubartoonni daasee wol geetti'ii keessa tajaajilan fidan irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gabataa itti dhiqatanuu fi shafee isaa ta sageettu'uu, daaw'itii sageettu'uu ta dubartoota seensuma Dunkaanii Woldeenna'aa tajaajilanuu irraa huje.