Exodus 39:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woya liilana buletiifi bule diimafi diima mimid'aadu, ta qaaloleeni hojja huji fulla qulqullo suni hojattu keeyattu mid'aasan. Ammalle woya qaallu, akuma AABBO Waaqi Musani jed'e gula Harunii mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje mana woyyumma'aa keessatti akka tajaajiluuf uffata bulee bifa sami'ii, diimaa dhiilgee ogumma'aan hojjatame uffata qulqulluu Aaroonii hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woyaa kuulante ta addee woyyittii keessa yennaa tajaajilanu uffatanu liilana bifa cuquliisaa, ka bifa dhiille'eetii fi diima'aatiin hujane. Isaan akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje, woyaa woyyittiille Aaroniif hujane.