Exodus 39:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaye kud'ani lama tana irati maqa ilmaani Israeli toko tokooni qorani, aka gosa Israeli kud'ani lamaani agarsiifu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaawwan gatii gudda'aa sunniin maqaa ijoollee Israa'elii kudha lamman qaba; akkuma maqaa isaaniitiin akka chaappa'aatitti maqaan isaanii qirqidame; kun waan gosa ijoollee Israa'elii kudha lamaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Israa'elii kudhanii lamaaf qaabbii akka te'u, dhakoota gatii guddo'oo kudhanii lamaan san irratti, maqaan ilmaan Yaaqoobii kudhanii lamaa ka tokko tokkootuu akka chaappa'aa irratti qiriixameera.