Exodus 39:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Looti worqi qulqullo aka museensa fohani ukha qomati mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uffata qomaa haada miseensa miseensamee godhanii worqii mishaa irraa hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kiisii qomaa saniif seesa haachaba worqii qullu'uu, ka akka wodaro'oo fowame hujane.