Exodus 39:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle museensa kaani lamaani fiit'e isaa worqiini marsani taaniti kayani, aka akanaani haada gurmu ira bahu, ka woya aka korrbo taanitiini hod'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qaccee miseensa lamaanii qaalawa lamaan keessa naqanii efuudii gurmuu irraan gara afo'ootiin gad diran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaccee seesa haachabootaa san lamaan, hiituu woyaa hayyumma'aa ta qomaa ta gara duraatiin jirtu ta gurmuu irra qaxxaamurtu keessa galchanee, xiyyoo seesa worqi'ii lama ta daraaraa fakkaatu saniin wolitti qassiisane.