Exodus 39:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi musani jed'e, qube ukhatiifi ta woya aka korrbo taani haada buleeni wolti hid'ani, aka ukhi gurda gubbaa tau kaani inchochoone.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajajetti uffanni qomaa sun akka hidhata san irra taa'utti diranii fuula duraa saniif akka gaachena ta'utti hiikkamee akka hin laafne uffata bulee, diimaa dhiilgee, qubee san uffata gad diratan ka afo'ootiin wolitti hidhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje, qubeelee kiisii qomaa irra jirtu, kiisiin qomaa woyaa hayyumma'aa ta qomaatiin akka wol gad hin lakkinne, hiitu'uun wolitti qassiisiisaan, liilana bifa cuquliisaatiin qubeelee woyaa hayyumma'aa ta qomaatiin wolitti hidhane.