Exodus 39:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani jala mid'aani aka okhoku liilana bule diima ammalle diimani hod'ani, agalo worqi ch'allatini makhani iti hod'ani, aka ubaara suni afaani isaa ka jala okhokufi agalooni makhani marsani, akuma AABBO Waaqi Musani jed'e gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Handaara qaccee uffata gad diratanii bulee, diimaa dhiilgee, jirbii fooyame arrawa qaraaruu irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Handaara qoloo sanii ka liilana bifa cuquliisaatiin, ka bifa dhiille'eetii fi diima'aa ka quncee talba'aa dansa'aatiin wolitti fowamee dhowame san jalatti fakkii midhaan muka rumaanii itti hujane.