Exodus 39:25 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqii mishaa irraa bilbila hedduu hojjatanii naannaya isaa wodhakka'atti arrawa qaraaruu godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worqii qulluu irraa bilbilalle hujanee, handaara sanitti naannessanee, odduu odduu fakkii midhaan muka rumaanii sanitti hidhane.