Exodus 39:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gurda woya booftatiifi ka liilana bule, bule diima ammalle diimani barreesani ch'okhani mid'aasanifi, akuma AABBO Waaqi Musani jed'e, gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sabbata hidhataniinillee jirbii bulee, diimaa dhiilgee, uffata gad diratan akka ogeessi hojjatutti bareechisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiituu liilana quncee talba'aa dansaa irraa wolitti fowantee dhowante ta bifa cuquliisaa, ta bifa dhiille'eetii fi diimaa irraa akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti hujane.