Exodus 39:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worqi qulqulliti fuud, ani hahafaleesani irati kara qube tana irati qorani: Inni Waaqaa qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje, malkata ulfinnaa ka woyyoome worqii qulqullaaye irraa hojjatan; isa akka fakii chaappa'aa godhanii hojjatanii jecha «Woyyummaan Rabbiif» jedhu irratti barreessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kallacha woyyicha, worqii qulqullu'uu hujanee, akka barreeffama chaappaa irratti barreeffamee, «Mootii Waan Maraatiif ka woyyoome» jedhanee irratti qiriixane.