Exodus 39:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqa Wold'aqisa ka d'akha hahafalichafi kalcho isaatiifi qadaada isaa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka golga dacha'aa san dhossu, saanduuqa waada'aa, waan ittiin baatanii fi teessoo hulee ciinca'aa woliin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo utuboota isi'ii woliin, qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamulle;