Exodus 39:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ifseeni ira ejitu, ka worqi qulqullitiini mid'aasani; ifse isaatiifi miha isaa ch'ufafi d'ad'a ifsele;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baattuu ibsa'aa ka worqii mishaa irraa hojjatame; akkasuma teessoo isaatii fi meeshaa isaa maraa, dhadhaa ejersaa ka ifu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan issaa irra keyanu ka worqii qulluu irraa hujame ifa isaa ka tarreeffamee fi meya isaa mara woliin, zayitii ejersaa ta ifaaf teetu;