Exodus 39:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worqiini mid'aasani, ka waan mesa fakaata ka sorio irati baasani; d'ad'a muudaa; hit'aana aarsani; golla afaani balbala Waaro;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee ciinca'aa ka worqii irraa hojjatame, hixaana urgaa misha'aa, balbala daase'eetii fi golga isaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa ta worqii irraa hujante; zayitii muudaa, hixaana foolee dansa'aatii fi gollaa seensuma Dunkaanii Woyyitti'ii;