Exodus 39:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
golla naabotiifi dongorafi waan inni ira ejaangu; golla fullo naabotiifi haada isaa; d'iisa Waarotiifi miha ch'ufa ka huji Waarotiini tolchani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
golgaawwan hulee itti wol gayanii, utubaawwan miillan isaanii woliin, golga afoo itti yaa'anii, haada isaa, xiribbaa isaa, meeshaa ittiin tajaajilan ka daasee wol gayi'ii maraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gollaa badhinna dalleya Dunkaanii Woldeenna'aa keessaa utuboota isaatii fi shafeelee utuboota isaa, gollaa seensuma badhinna dalleya Dunkaanii Woldeenna'aa keessaa; wodarootaa fi chikaalota dunkaanii ittiin dhaabanu, chikaalota badhinna dalleya Dunkaanii Woldeenna'aa keessaa, meya Dunkaanii Woyyitti'ii mara;