Exodus 39:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akha ch'ululuqa fuud'ani worqiini marsani; duuba maqa ilmaani Yakobo kud'ani lamaani, akuma ogeesi d'akha qube beesisa irati qoru, akasuma irati qorani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaa gatii gudda'aa akka chaappa'aatitti bocanii maqaa ijoollee Israa'elii irratti qirqidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhakaa gatii guddo'oo lama fuudhanee, maqaa ijoollee Yaaqoobii kudhanii lamaa akka chaappa'aa irratti qiriixane.