Exodus 39:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akha suni haada gurmu iraa baasani kaani lamaani, ka woya aka korrbo mid'aasani kaaniti hod'ani, aka gosa kud'ani lamaani Israeli yo ch'ufa qaabatani, akuma AABBO Waaqi Musani jed'e kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan kun yaadannoo ijoollee Israa'eliitiif akka ta'u efuudii gurmu'uu irra qaxxaammursanii kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajaje, dhakaa gatii guddo'oo san Yaadannoo ilmaan Yaaqoobiitiif, hiituu woyaa hayyumma'aa ta qomaa ta gurmuu Aaronii irratti qassiisane.